Har'a Feestivala Manneen Barnoota Ifa Boruu Bultii Addaafi Manneen Barnootaa Addaa Oromiyaa Sadarkaa 2’ssoo, waggaa 3’ssoo irratti hirmaachuun, barattoota qaxalee ifa boruu sabaafi biyya keenyaa ta'an gidduutti argamuu kiyyaan gammachuu natti dhagahama
Har'a Feestivala Manneen Barnoota Ifa Boruu Bultii Addaafi Manneen Barnootaa Addaa Oromiyaa Sadarkaa 2’ssoo, waggaa 3’ssoo irratti hirmaachuun, barattoota qaxalee ifa boruu sabaafi biyya keenyaa ta'an gidduutti argamuu kiyyaan gammachuu olaanatu natti dhagahama.






