Hirmaattota investmentii oromiyaa keessaa .

Bulchinsa Lafa Invastimantii

                       A) Lafa Magaalaa:

  1.  Lafti magaalaa naannicha keessatti liizii/ kiraadhaan ni kennama,
  2. lafti invastimantii magaalaa liiziidhaan waggaa 30-99tti kennamuu ni dandamaa
  3. Sadarkaa magaalootaa irratti hundaa’uudhaan lafti invastimantiif kennamu garaagarummaa gatii liizii fi kiraa ni qabaata. Depending on the class of towns, grade of sites, land size and type of investment both the lease and rental rates differ.
  4. Boordiin invastimantii naannichaas lafti invastimantiif qophaa’ee dhiyaate yeroo ji’a tokko hin caalle keessatti murtee lafa invastimantii ni kennu

          B) Lafa Baadiyyaa

  1.   Lafti baadiyyaa pirojeektii invastimantiif waggaa 20 – 45 kiraadhaan ni kennama
  2.  Lafti kiraadhaan kennamu kunis gatiin kiraa lafaa xiqaaan qarshii 70.40 fi guddaan qarshii 135 heektaara tokkoof ni kennama
  3.  Lafa tiruuzimiif kennamu yoo ta’e gatiin kaaree meetira tokkoo qarshii 2 dha

Suuraa adda addaa

NUU QUNNAMAA

  • Bilbilaa:-0115510155
  • Fax:-0115513642/0115519633
  • E-Mail:info@oromia.gov.et
  • Website:-www.oromia.gov.et
  • Postaa:-101769

Midiyaa Hawaasa

 

 

    Waa`ee Waajjira        Bulchiinsa        Diyaaspooraa        Daarektaroota       Oduu       Nuu Qunnamaa

    Copyright @2021 by Oromia President Office| www.oromia.gov.et