Diyaaspooraa irraa maaltu eegama

  1. Jijjiirama har’a biyya keenya keessatti dhufe kana dhalootni kaleessaa fi dhallotni har’as gatii itti kaffalaniiru ( generational success ) jedhe amana ODPn
  2.  Injifannoo keenya tokkummaa oromoo keessaa dhufe
  3.  Dhaloota har’aa irraa wanti eegamu injifannoo argame  eeggachaa ilaa fi ilaameetiin mar’atanii kan hafuuf waliin qabsaa’uu dha.

 Diyaasporaan oromoo injifannoo har’aaf bakka jirutti miidhaa uummata irra ga’aa ture dhagessisaa tureera

 Investmentii keessatti

  1. Diyaaspooraan Dinagdeen oromoo ijaaruu keessatti  qooda fudhachuu,
  2. lammiileen biyya alaa  biyya keenyaatti  ‘invest’ akka godhan carraalee jiran itti agarsiisuudha .
  3.   Namootni ‘invest’ godhan dhugaatti nama invest godhuu danda’an ta’uu qorachuun odeeffannoo koree biyya keessaaf laachuu
  4. Turizimii biyya keenyaa beeksisuu
  5.  Oomisha oromoo kessatti beekamoo ta’an beeksisuu ff irras fayyadamaa ta’uu.  

Suuraa adda addaa

NUU QUNNAMAA

  • Bilbilaa:-0115510155
  • Fax:-0115513642/0115519633
  • E-Mail:info@oromia.gov.et
  • Website:-www.oromia.gov.et
  • Postaa:-101769

Midiyaa Hawaasa

 

 

    Waa`ee Waajjira        Bulchiinsa        Diyaaspooraa        Daarektaroota       Oduu       Nuu Qunnamaa

    Copyright @2021 by Oromia President Office| www.oromia.gov.et