Seektaroota/Manneen Hojii Damee Dhimma Hawaasummaatiin Hordofamaniifi Deeggeraman

¢  Biiroo Barnootaa

¢  Biiroo Eegumsa Fayyaa

¢  Biiroo Aadaa fi Tuurizimii

¢  Koomishinii Ispoortii

¢  Biiroo Dhimma Dubartootaa fi Daa’immanii

 ¢  Biiroo Dhimma Hojjetaa fi Hawaasummaa

 Damee Hawaasummaa

1)  Raawwii imaammataa fi tarsiimoo damee hawaasummaa hordofuu fi xiinxaluun gabaasa xiinxala imaammataa fi tarsiimoo dhiyeessuu,

2)  Yaada imaammataa, tarsiimoo fi sagantaalee damee hawaasummaa bu’a-qabeessa taasisuu danda’an maddisiisuu,

3)  Kallattiiwwanii fi murteewwan Pirezidaantii fi mana maree bulchiinsa mootummaa naannichaatiin damee hawaasummaa ilaalchisee kennaman raawwachiisuu fi raawwatiinsa isaas dhiyeenyatti hordofuu fi deeggaruu,

4)  Yaada imaammataa, tarsiimooo fi murteewwan damee hawaasummaa irraa pireezdaantiif dhiyaatu xiinxaluun qulqullinaa fi gahumsa isaanii mirkaneessuu,

5)  Dhimmoota damee hawaasummaa bu’a-qabeessa taasisan irratti Pirezidaantiif gorsa kennuu

6)  Gabaasa raawwii karoora hawaasummaa walgahii idilee Caffee Oromiyaatiif dhiyaatu qopheessuun dhiyeessuu fi

7)  Iyyannoo fi komii hiikkaa tarsiimo’aa qabanii fi damicha ilaallatan qorachuun fala akka argatan taasisuu.

Suuraa adda addaa

NUU QUNNAMAA

  • Bilbilaa:-0115510155
  • Fax:-0115513642/0115519633
  • E-Mail:info@oromia.gov.et
  • Website:-www.oromia.gov.et
  • Postaa:-101769

Midiyaa Hawaasa

 

 

    Waa`ee Waajjira        Bulchiinsa        Diyaaspooraa        Daarektaroota       Oduu       Nuu Qunnamaa

    Copyright @2021 by Oromia President Office| www.oromia.gov.et