Ulaagaalee Lafa Invastimantiin fudhachuuf gaftamuu qaban

  • Karoora hojii (Project proposal prepared by certified consultant)
  • Koppii Waraqaa eenyummaa ,
  • Gaaffiin invastimantii dhiyaatu bakka bu’iinsaan yoo ta’e waraqaa bakka bu’ummaa qaama seeraan mirkanaa’e. 
  • Gaaffiin lafa invastimantii Waldaan yoo ta’e seera waldichii ittiin dhaabbatee fi ittiin bulmaata  dhaabbatichaa qaama seera qabuun mirkanaa’ee dhiyaate yoo ta’e .
  • Sochii baankii kan waggaa tokkoo kaappitaala invastimantii dhiyaate keessaa 30% kan dhiyaatuu fi waraqaa deeggarsaan kan deeggarame yoo ta’e , Karoora itti fayyadama lafaa
  • Abbootii qabeenyaa biyya alaa yoo ta’an kooppii dookumantii invastimantii feedaraalaatti qabamee jiru kan dhiyeessu ta’ee ragaan sochii baankii dhiyaachuun dirqamaa miti
  • Diyaaspooraa yoo ta’e waraqaa deeggarsa diyaaspooraa qaama aangoo qaburraa kan dhiyyaate yoo ta’e

Suuraa adda addaa

NUU QUNNAMAA

  • Bilbilaa:-0115510155
  • Fax:-0115513642/0115519633
  • E-Mail:info@oromia.gov.et
  • Website:-www.oromia.gov.et
  • Postaa:-101769

Midiyaa Hawaasa

 

 

    Waa`ee Waajjira        Bulchiinsa        Diyaaspooraa        Daarektaroota       Oduu       Nuu Qunnamaa

    Copyright @2021 by Oromia President Office| www.oromia.gov.et