“Raayyaan Ittisa Biyyaa Ajaja Lixaa, Oromiyaa lixaatti nageenya waaressuu keessatti gumaacha olaanaa baheera’’ -Pirezidaanti Shimallis Abdiisaa
Guyyaan hundeeffama Ajaja Lixaa 47ffaan Magaalaa Naqamteetti kabajameera.
Guyyaan hundeeffama Ajaja Lixaa 47ffaan Magaalaa Naqamteetti kabajameera.
Waltajjii qorannoo raawwii hojii Paartifi Mootummaa kurmaana 3ffaa bara 2017, gaggeessaa turre milkiin goolabne.
Waajjirri Pirezidaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaa, gamaaggama raawwii hojii paartiifi mootummaa hanga kurmaana 3ffaa bara 2017 gaggeessaa jira.
Korporeeshiniin Ijaarsa Oromiyaa Teknoloojii haaraa (ERP) hojiiwwan ijaarsaa milkeessuu danda'u hojirra oolche.
Manni Maree Ce'uumsa Qonna Oromiyaa yaa'ii isaa 3ffaa kaleessa taasiseen booda kallattii xiyyeeffannaa galma qonna Oromiyaa irratti kaa'ee jira.
Seenaa ijaarsa biyya Itoophiyaa hammayyaa keessatti taateewwan kallattii adeemsa seenaa jijjiiran (turning points) baay’ee muraasa. Kanniin keessaa inni duraa, qabsoo farra sirna moototaa irratti taasifameen lafti ummatarraa saamamee fiiwudaaloota harka ture ummataaf deebi’uu isaati.