Carraalee investimentii Oromiyaa keessaa

A) Investmentii qonnaa

Oomisha Midhaanii

  • Sababa agro-ekooloojii hedduu naannoon keenya qabdurraa ka’ee qonni hammayyaa ta’e naannoo keenya keessatti margan keessaa:-
    • Midhaan nyaataa
    • Midhaan industirii/daldala gabaa
    •  midhaan mi’eessitootaa/sisse’eessitoota
    • Midhaan dibataa
    • Miisooma jirbii

B. midhaan nyaataa

            Midhaan biilaa fi agadaa:

           Qamadii, garbuu, boqqoolloo, mishigaa, xaafii 

Midhaan Dheedii :    Shumburaa, Misira, Atara, fi kkf

C. Oomisha galtee industirii

  • Midhaan Industirii:
    • Jirbii,
    • Garbuu Biqilaa,
    • Shankoora,
    • Qaaccaa,
    • Baala Tamboo,
    • Wayinii,
    • Abaaboo,

                                       Mi’eessituu, fi kkf

D.  Misooma Biqiltuu Si’eessitu

  • Bunaa fi baala shaayii

E. Misooma biro

          Muduraa fi Kuduraa

          Midhaan Zayitii:

  • Saliixa, Nuugii, Talbaa, Suufii, lawuz, Ija raafuu,
  • Qobboo
  • Midhaan Hiddaa:
  • Mosee,
  • Kaarootii,
  • Qullubbii diimaa,
  • Qullubbii adii, kkf

F. Misooma bosonaa

  • Qorannoon akka mul’isutti, lafti Heek. 21,503 misooma bosonaaf kan oolu naannoo keenya keessa ni jira
  • Godina IluuAbbaa Boor keessatti lafti Heek. 4,651 Misooma Muka Gommaaf ooluu ni jira

G. Misooma galtee boba’aa

Naannoo keenya mukeen misooma boba’aaf oolu kan akka ‘Jaatiroovaa’ misoomuu ni danda’u

H. misooma beeladaa

  • Biyyii Itoophiyaa biyyoota Afrikaa keessaa biyya Qabeenya beelladaa beekamtee dha,
  •   Horsiisa beelladaa Itoophiyaa keessa jiran keessaa harka 52% Oromiyaa keessatti kan argamuu dha,
  •  Invastimantiin horsiisa beelladaa, furdisuu fi hojii soona itti dabaluun hojjatamuu
  • Dandanii naannicha keessatti bal’inaan ni argama.

I. Misooma qurxummii fi kanniisa

Misooma Qurxummii

Oomishni qurxummii naannoo keenya keessatti waggaadhaan argamu toonii 17,500,

poteenshaalli isaanii  lageen adda bahan ,Daabus, Dhidheessa, Gudar, Mugar, Jamma, Gannaalee, Waabee,Shaballee, Faafam, Awaash, Sagan fi Haroowwan akka  Abiyaata, Ziwaay, Haroomaaya, Woncii, Shaalaa fi Abayyaa

Horsiisa Kanniisaa

  • Invastimantii sharafa biyya alaa fidan keessaa oomisha dammaa fi gagaa

J. Industriiwwan ijoo

  • Huccuu fi Warshaa Hodhaa Huccuu (Meeshaan dheedhii biyya keessatti ni argama)
  • Sibiila baqsuu fi bu’aawwan isaanii
  • Simintoo (Meeshaan dheedhii biyya keessatti ni argama),
  • Warshaa Dhugaatii adda addaa,
  • Warshaa Daawitiiwwan addaddaa (Meeshaan dheedhii biyya keessatti ni argama),
  • Warshaa Waraqaa fi Bu’aawwan isaanii (Meeshaan dheedhii biyya keessatti ni argama),

K. Agro-industriiwwan

  • Indusitriiwwan nyaataa,
  • Warshaa Sukkaaraa,
  • Warshaa Boba’aa fi dibataa,
  • Warshaa soona dabaluu Jirbii,
  • Pirosasingii bu’aawwan beelladaa
  • Pirosasingii muduraa fi kuduraa

L. Hoteelaa fi Turizimii

  • Taateewwan uumamaa fi iddoowwan seena qabeessa ta’aniin naannichi keenya baay’ee kan badhaatee dha.
  • Fkn:-  Haroowwan addaddaa, magaalota Bishooftuu, Adaamaa, Baatuu, Lagaanoo, Wandoo, Shaashamannee, Gaarren Baalee, Holqawwan addaddaa fi kkf

Suuraa adda addaa

NUU QUNNAMAA

  • Bilbilaa:-0115510155
  • Fax:-0115513642/0115519633
  • E-Mail:info@oromia.gov.et
  • Website:-www.oromia.gov.et
  • Postaa:-101769

Midiyaa Hawaasa

 

 

    Waa`ee Waajjira        Bulchiinsa        Diyaaspooraa        Daarektaroota       Oduu       Nuu Qunnamaa

    Copyright @2021 by Oromia President Office| www.oromia.gov.et