Seektaroota/Manneen Hojii Damee  Dhimma Seeraatiin Hordofamaniifi Deeggeraman

  Biiroo Bulchiinsaa fi Nageenyaa

  Biiroo Haqaa

  Inistitiyutii Leenjii Qaamolee Haqaa

  Kom. Bulchiinsa Mana Sirreessaa

  Kom. Poolisii

 Kom. Namusaa fi Farra Malaammaltummaa 

Damee Dhimma Seeraa

  1.   Raawwii imaammataa fi tarsiimoo damee haqaa hordofuu fi xiinxaluun gabaasa xiinxala imaammataa fi tarsiimoo dhiyeessuu,
  2.   Yaada imaammataa, tarsiimoo fi sagantaalee damee haqaa bu’a-qabeessa taasisuu danda’an maddisiisuu,
  3.   Kallattiiwwanii fi murteewwan Pirezidaantii fi mana maree bulchiinsa mootummaa naannichaatiin damee haqaa ilaalchisee kennaman raawwachiisuu fi raawwatiinsa isaas dhiyeenyatti hordofuu fi deeggaruu
  4.   Yaada imaammataa, tarsiimooo fi murteewwan qaamolee haqaa irraa preezdaantiif dhiyaatu xiinxaluun qulqullinaa fi gahumsa isaanii mirkaneessuu
  5.   Dhimmoota damee haqaa bu’a-qabeessa taasisan irratti Pirezidaantiif gorsa kennuu,
  6.   Iyyannoo fi komii hiikkaa seeraa qabanii fi damicha ilaallatan qorachuun fala akka argatan taasisuu, dameelee kaaniifis deeggarsa gorsa seeraa kennuu
  7.   Pirezidaantii fi mana maree bulchiinsa mootummaa naannootiif gorsa seera  kennuu,
  8.   Wixinee seeraa, qajeelfamootaa fi waliigalteewwan mootummaan mallatteessu qopheessuu, qophaa’anii kan dhiyaatanis xiinxaluun yaada irratti kennuu
  9.   Gabaasa raawwii karoora qaamolee haqaa walgahii idilee Caffee Oromiyaatiif dhiyaatu qopheessuun dhiyeessuu

Suuraa adda addaa

NUU QUNNAMAA

  • Bilbilaa:-0115510155
  • Fax:-0115513642/0115519633
  • E-Mail:info@oromia.gov.et
  • Website:-www.oromia.gov.et
  • Postaa:-101769

Midiyaa Hawaasa

 

 

    Waa`ee Waajjira        Bulchiinsa        Diyaaspooraa        Daarektaroota       Oduu       Nuu Qunnamaa

    Copyright @2021 by Oromia President Office| www.oromia.gov.et