Godina Baalee Aanaa Goorootti Jilli Pirezidaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan durfame qamadii qonnaa arfaasaatiin misoome daawwateera
Pirezidaanti Shimallis Abdiisaa, kallattii gamaaggamni Raawwii Hojii bara 2017 fi boqonnaa qophii karooraa bara 2018 ittigaggeeffamu kaa'an.
Waajjirichi, daree kana, Tarsiimoo Dijiitaal Itoophiyaa 2025 hordofuun, Ministeera Inooveeshiniifi Teknoolojii Itoophiyaatiin kan hojjisiise yoota’u, faayidaawwan hedduu akka argamsiisuuf himameera.
Guyyaa har'aa, sagantaa Waajjira Pirezidaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaatti adeemsifame irratti, Naannoon Oromiyaafi Naannoon Shanjang Uyiguur waliigaltee michoomaa ciimsu mallatteessaniiru.