Waajjira Pirezidaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaa

  1. Toora xiyyeeffannoo fi Bu’aawwan Toora Xiyyeeffanno
  1. Hojiirra olmaa Imammaataa, Tarsiimoowwanii fi sagantaalee mootummaa
  2. Dhimmoota  Bulchiinsa Iyyannoo fi Komii Uummataa
  1. Ergama

Hojiirra oolmaa imaammattootaa fi tarsiimoowwan misoomaa fi bulchiinsa gaarii gahumsaan hordofuu, deeggaruu fi raawwachiisuun ummata naannichaa fayyadamaa taasisuudha.

  1. Mul’ata Waajjirichaa

Bara 2022tti Oromiyaa akka biyyaatti fakkii badhaadhinaa taate arguu dha.

  1. Duudhaalee Waajjirichaa

Waajjirri Pirezidaantii fakkii naannoo Oromiyaa kan ibsuu fi iddoo guddaa kan qabu waan ta’eef hojii isaa gaggeessuu keessatti duudhaalee gurguddoon fakkii kana ni ibsu jedhaman akka itti aanutti tarreeffamanii jiru.

  1. Mula’ata walinii  (Shared Vision),   
  2. Hawwii Jijjiramaa (Optimistism) 
  3. Hirmaachisummaa (Participatory)
  4. Aantummaa fi kabaja ummataa:
  5. Iftoomina (Transparency)
  6. Miira Tajajiltummaa
  7. Itti gaaffatamuummaa
  8. Gahumsa:
  9. Gareen hojjechuu:

Suuraa adda addaa

NUU QUNNAMAA

  • Bilbilaa:-0115510155
  • Fax:-0115513642/0115519633
  • E-Mail:info@oromia.gov.et
  • Website:-www.oromia.gov.et
  • Postaa:-101769

Midiyaa Hawaasa

 

 

    Waa`ee Waajjira        Bulchiinsa        Diyaaspooraa        Daarektaroota       Oduu       Nuu Qunnamaa

    Copyright @2021 by Oromia President Office| www.oromia.gov.et