You are here

Seektaroota/Manneen Hojii  Damee Qonnaatiin Hordofamaniifi Deeggeraman

  Biiroo Qonnaa

  Biiroo Bishaanii, Albuudaa fi Inarjii

  Biiroo Lafaa fi  Eegumsa Naannoo

  Ejensii Babal’ina Waldaa Hojii Gamtaa

  Ejensii Mis. Eegumsa Fayyaa Beeyladaa

  Inistitiyutii Qorannoo Qonnaa

  Kom. Misooma Naannoo Horsiisee Bulaa

  Kom. Qophii fi Ittisa Balaa Oromiyaa

Damee Qonnaa

1)  Raawwii imaammataa fi tarsiimoo Damee Qonnaa hordofuu fi xiinxaluun gabaasa xiinxala imaammataa fi tarsiimoo dhiyeessuu,

2)  Yaada imaammataa, tarsiimoo fi sagantaalee Damee Qonnaa bu’a-qabeessa taasisuu danda’an maddisiisuu,

3)  Kallattiiwwanii fi murteewwan Pirezidaantii fi mana maree bulchiinsa mootummaa naannichaatiin Damee Qonnaa ilaalchisee kennaman raawwachiisuu fi raawwatiinsa isaas dhiyeenyatti hordofuu fi deeggaruu,

4)  Yaada imaammataa, tarsiimooo fi murteewwan Damee Qonnaa irraa preezdaantiif dhiyaatu xiinxaluun qulqullinaa fi gahumsa isaanii mirkaneessuu,

5)  Dhimmoota damee qonnaa bu’a-qabeessa taasisan irratti Pirezidaantiif gorsa kennuu,

6)  Gabaasa raawwii karoora damee qonnaa walgahii idilee Caffee Oromiyaatiif dhiyaatu qopheessuun dhiyeessuu, fi

7)  Iyyannoo fi komii hiikkaa tarsiimo’aa qabanii fi damicha ilaallatan qorachuun fala akka argatan taasisuu.

Suuraa adda addaa

NUU QUNNAMAA

  • Bilbilaa:-0115510155
  • Fax:-0115513642/0115519633
  • E-Mail:info@oromia.gov.et
  • Website:-www.oromia.gov.et
  • Postaa:-101769

Midiyaa Hawaasa

 

 

    Waa`ee Waajjira        Bulchiinsa        Diyaaspooraa        Daarektaroota       Oduu       Nuu Qunnamaa

    Copyright @2021 by Oromia President Office| www.oromia.gov.et