Seektaroota/Manneen Hojii Damee Dhimma Industirii fi Misooma Magaalaatiin Hordofamaniifi Deeggeraman

¢  Ejeensii Interpiraizii mikiroo xixiqqaa

¢  A/T Geejibaa

¢   A/T Daandiiwwanii

¢    Inistitiyutii Pilaanii Magaalotaa

¢     Biiroo Misooma Daldalaa

¢    Dhaabbata Bulchiinsa Gamoowwan Mootummaa,

¢    Kom. Barnoota Leenjii Teeknikaa fi Ogummaa

¢    Kom. Invastimantii

¢   Waajjira Pirojektii Misooma Manneenii Oromiyaa

Damee Industirii fi Misooma Magaalaa

  1.   Raawwii imaammataa fi tarsiimoo damee Ijaarsa Dandeettii fi Qunnamtii Ummataahordofuu fi xiinxaluun gabaasa xiinxala imaammataa fi tarsiimoo dhiyeessuu,
  2.   Yaada imaammataa, tarsiimoo fi sagantaalee damee Ijaarsa Dandeettii fi Qunnamtii Ummataabu’a-qabeessa taasisuu danda’an maddisiisuu,
  3.   Kallattiiwwanii fi murteewwan Pirezidaantii fi mana maree bulchiinsa mootummaa naannichaatiin damee Ijaarsa Dandeettii fi Qunnamtii Ummataailaalchisee kennaman raawwachiisuu fi raawwatiinsa isaas dhiyeenyatti hordofuu fi deeggaruu,
  4.   Yaada imaammataa, tarsiimooo fi murteewwan damee Ijaarsa Dandeettii fi Qunnamtii Ummataairraa Pirezidaantiif dhiyaatu xiinxaluun qulqullinaa fi gahumsa isaanii mirkaneessuu,
  5.   Dhimmoota damee Ijaarsa Dandeettii fi Qunnamtii Ummataabu’a-qabeessa taasisan irratti Pirezidaantiif gorsa kennuu,
  6.   Gabaasa raawwii karoora Ijaarsa Dandeettii fi Qunnamtii Ummataawalgahii idilee Caffee Oromiyaatiif dhiyaatu qopheessuun dhiyeessuu, fi
  7.   Iyyannoo fi komii hiikkaa tarsiimo’aa qabanii fi damicha ilaallatan qorachuun fala akka argatan taasisuu.

Suuraa adda addaa

NUU QUNNAMAA

  • Bilbilaa:-0115510155
  • Fax:-0115513642/0115519633
  • E-Mail:info@oromia.gov.et
  • Website:-www.oromia.gov.et
  • Postaa:-101769

Midiyaa Hawaasa

 

 

    Waa`ee Waajjira        Bulchiinsa        Diyaaspooraa        Daarektaroota       Oduu       Nuu Qunnamaa

    Copyright @2021 by Oromia President Office| www.oromia.gov.et