Oromiyaatti alergii albuudarraa galiin doolaarri Mil. 389.3 argame. Pirezidaantii MNO, Shimallis Abdiisaa

  • 18 Feb 2026
  • Posted by oromiapre_ulpro
  • 0 Comments
Oromiyaatti alergii albuudarraa galiin doolaarri Mil. 389.3 argame. Pirezidaantii MNO, Shimallis Abdiisaa
Misooma albuudaatiin ji’oottaan jahan darbanitti Albuuda Sookoo kg 3,689, Albuuda midhaginaa kg 1,661, Albuuda ijaarsaa meetirkuubii mil. 16.5, Albuuda Sibiilaa toonii 2,313 fi Albuuda industirii toonii mil. 6.7 oomishuun danda'ameera.
Kanaanis, alergii albuudaa irraa doolaara mil. 389.3 fi galii biyya keessaa Qar.Bil.1.9 argamsiisuun danda’amee jira. #oromiapresidentoffice2026