Magaalota keenya ummata keenyatti dugda galfatanii turan sirreessuun danda'ameera. Pirezidaantii MNO, Shimallis Abdiisaa
Magaalota keenya ummata keenyatti dugda galfatanii turan sirreessuun danda'ameera. Pirezidaantii MNO, Shimallis Abdiisaa, Magaalonni ummata keenya akka hindhiibne, seena darbee akka hin tursiisnee gochuuf mootummaan tarkaanfii hedduu fudhateera. Kanaanis, tarsiimoo adda addaa bocun magaalonni keenya akka misooman gochuun, misooma sanarraammoo ummanni keenya fayyadamaa akka ta'uu taasifamaa jira. Pirezidaanti Shimallis Abdiisaa #oromiapresidentoffice2026






