Jilli MM Abiyyi Ahimad(PhD) durfamu Wallagga Bahaatti Warshaa Dhagaa Arjoo daawwate.

  • 18 Feb 2026
  • Posted by oromiapre_ulpro
  • 0 Comments

Jilli MM Abiyyi Ahimad(PhD) durfamu Wallagga Bahaatti Warshaa Dhagaa Arjoo daawwate. MM Abiyyi daawwannaa kanarratti ergaa dabarsaniin, warshaan kun fedhii dhagaa cilee kanaan dura biyya alaatii galfamaa ture biyya keessatti guutuun guddina industirii Itiyoophiyaa keessatti shooraa ol'aanaa qaba jedhan. Itti dabaluunis, warshichi dhagaa cilee industirii simintoof, sibiilaafi ijaarsaaf kan dhiyeessu yoota’u, pirojektichi Itiyoophiyaan eegumsa naannoo mirkaneessuudhaan misooma industirii guddisuuf kutannoo qabdus kan agarsiisu ta'uu eeran. #oromiapresidentoffice2026