Ulaagaalee Lafa Invastimantiin fudhachuuf gaftamuu qaban
- Karoora hojii (Project proposal prepared by certified consultant)
- Koppii Waraqaa eenyummaa ,
- Gaaffiin invastimantii dhiyaatu bakka bu’iinsaan yoo ta’e waraqaa bakka bu’ummaa qaama seeraan mirkanaa’e.
- Gaaffiin lafa invastimantii Waldaan yoo ta’e seera waldichii ittiin dhaabbatee fi ittiin bulmaata dhaabbatichaa qaama seera qabuun mirkanaa’ee dhiyaate yoo ta’e .
- Sochii baankii kan waggaa tokkoo kaappitaala invastimantii dhiyaate keessaa 30% kan dhiyaatuu fi waraqaa deeggarsaan kan deeggarame yoo ta’e , Karoora itti fayyadama lafaa
- Abbootii qabeenyaa biyya alaa yoo ta’an kooppii dookumantii invastimantii feedaraalaatti qabamee jiru kan dhiyeessu ta’ee ragaan sochii baankii dhiyaachuun dirqamaa miti
- Diyaaspooraa yoo ta’e waraqaa deeggarsa diyaaspooraa qaama aangoo qaburraa kan dhiyyaate yoo ta’e