Baasii qarshii biliyoona 1.4 oliin magaalaa Galaanitti kan Ijaarame Waldaan Aksiiyoona Pirintingii, pablishiingiifi paakeejingii Meelbaa jila (Melba Printing and Packaging) Pireezedaantii Mootummaaa Naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdiisaan durfamuun eebbifamaa jira.
Biyya lammii hundaaf walqixa mijattu ijaaruuf hojjenna" –MM Dooktar Abiy Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiyyi Ahimad fi PMNO obbo Shimallis Abdiisaan Paarkii Indaastirii Qonna Qindaa’aa Bulbulaa eebbisiisaniiru. Baasii Birrii biiliyoona 9tti hiiquun kan ijaarrame Paarkiin Indaastiriin Qonna Qindaa’aa Bulbulaa eebbifameera.
Tiraaktaroonni qonnaa 950 qonnaan bultootaaf kennamaa jira Guyyaa har'aa magaalaa Shaashamanneetti kan argamu Warshaan Meeshaalee Qonnaa Amayyaa Keenyaa tiraaktaroota 950 qonnaan bultootaaf dabarseera.
Sirni wal harkaa fuudhiinsa teraaktarootaa qonnaan bultootaa,dargaggoota waldaan gurmaa'anii fi dhaabbata Keenyaa gidduutti kan taasifamu.
Midiyaa Hawaasa
Waa`ee Waajjira Bulchiinsa Diyaaspooraa Daarektaroota Oduu Nuu Qunnamaa
Copyright @2021 by Oromia President Office| www.oromia.gov.et